Akkuma meeshaa dhiiraatti, meeshaan dubartootaa sun yeroo dhiira argan ni kaati

 Akkuma meeshaa dhiiraatti, meeshaan dubartootaa sun yeroo dhiira argan ni kaati


. Kunis yeroo isaan dhiira kajeelan ykn dhiira laalan akka meeshaa meeshaa dhiiraatti kaatif. Yeroo kaatu kanatti kilitooriniifii hidhiin gama bitaafii mirgaatin jiran dhiigan guutamtee waan dhaabbattuuf ni iitoyti/ni bokoyti. Yeroo kana miirri dhukkubbiitis itti dhagayamuu danda'a. Yeroo miira keessa galanii dhiira kajeelan/laalan kanatti akkuma warra dhiirotaa ofirratti dhangalaasuu danda'u. Hirmaannaa keessaniif galatoomaa! fayyaa dayaa!


Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇

Comments

Popular posts from this blog

FAYYAA SAMMUU FI BUNA DHUGUU.

Yeroo_Walqunnamtii_Saalaa (Dubartiidhaf):

Dhiira moo dhalaatu irra caalatti nama biraa irratti laallata?"