Yeroo_Walqunnamtii_Saalaa (Dubartiidhaf):

 Yeroo_Walqunnamtii_Saalaa (Dubartiidhaf):


=================================


Yeroo walqunnamtiin saalaa raawwatamu dhiirri fedhii hin baane hin jiru. Dhiirri tokko qaamni saalaa isaa erga dhaabbateen booda dhangalaase jennaan fedhii ba'eera jechuudha.


Dubartiin tokko jaalalleen/dhirsi ishii akka sirritti ishii jaalatu, ishii mi'eeffatee yeruma hunda akka ishiin barbaaddu akka inni ta'uuf yoo barbaadde yeroo walqunnamtii saalaa raawwatamu isa gammachiisuu dandeessi.


Maal gootee gammachiifti?


1. Waa'ee Walqunnamtii saalaa itti odeessuu : Yeroo dubartiin waa'ee Walqunnamtii saalaa itti haasoftu fedhiin dhiiraa ni dabala. Qaamni saalaa isaa bakka #rafee_jiruu_dammaqa. Kanaaf dubartiin tokko callisteetuma uffata ofirraa guurtee kennuufiin dura oduun murteessadha


2. Akka garaa isaa ta'uu : Walqunnamtii saalaa amma ta'etti, erga barbaaddee dhaqxe akka inni si godhe ta'uufi qabda. Yeroo raawwatamu akka inni ibsaa ibsu eeyyamiifi. Qaama kee, harma kee, boroo(teessuma) kee, qaama saalaa kee yeroo ijaan argu baay'ee itti tola. 


3. Sagalee dhageessisu : Dubartiin biyya keenyaa namaa kenniteetuma callistee nama ilaalti. Dubartiin warra adii garuu yeruma jalqaban iyyuu eegalti. Kan iyyituuf garuu dhukkubee osoo hin taane isa dhiiratti olaantummaan akka dhaga'amuufi. Dhiirri yeroo dubartiin iyyitu, aaddu arguun baay'ee isa gammachiisa. Kanaaf yeroo raawwatamu san sagalee kee dhageessisi. Aadi, maqaasaa waami, gootummaa isaa ibsiif.


4. Of tuttuquu : Yeroo raawwatamaa jiru yookin osoo hin jalqabne qubaan of qaqqabachuun barbaachisaadha. Harka keetiin yeroo harma kee sukkuumtu, qubaan isa fuulduratti yeroo qinxirii kee gorooggortu arguun dhiira baay'ee gammachiisa. Akkasumas of tuttuquun fedhii kee waan dafee fiduuf dadhabbii isarraa xiqqeessa.

Galatoomaa!!!

Comments

Popular posts from this blog

FAYYAA SAMMUU FI BUNA DHUGUU.

Dhiira moo dhalaatu irra caalatti nama biraa irratti laallata?"