𝐐𝐚𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐒𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐢𝐢𝐫𝐚𝐚 𝐎𝐬𝐨𝐨 𝐊𝐚'𝐮𝐮 𝐉𝐚𝐛𝐚𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐝𝐡𝐚𝐛𝐮𝐮
❝𝐐𝐚𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐒𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐢𝐢𝐫𝐚𝐚 𝐎𝐬𝐨𝐨 𝐊𝐚'𝐮𝐮 𝐉𝐚𝐛𝐚𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐝𝐡𝐚𝐛𝐮𝐮 ✅ Sababoota Walii galaa 1. Rakkoolee xiinsammuu wajjin wal qabatan kanneen akka: Yaaddoo ykn dhiphina sammuu, Rakkoo hariiroo jaalalaa, Hojjachuuf sodaan kan nu keessa jiru yoo ta'e. 2. Rakkoolee jireenya wajjin wal qabatan kanneen akka: Dadhabbii, hirriba dhabuu, Alkoolii ykn qoricha sammuu hadoochu fayyadamuu, Tamboo xuuxuu, Sochii qaamaa gochuu dhabuu yoo kan qabaannu ta'e. 3. Dhukkuboota kanneen akka: Dhibee sukkaaraa, Dhiibbaa dhiigaa ykn dhukkuba onnee, Madaallii hormooniin testosterone keenyaa gadi aanaa yoo ta'e, rakkoon narvii ykn ujummoo dhiigaa wajjin wal qabatu yoo jiraate. 4. Qorichootni kanneen akka: dhiphina sammuu, farra dhiibbaa dhiigaa fi kkf tokko tokko humna qaama saalaa dhiiraa hir’isuu danda’u. Maal gochuu qabna? ✅ Dhiphina hir'isuu fi hirriba gahaa rafuu ✅ Sochii qaamaa ye...