Garaa qullaa walqunnamtii saalaa godhuun nama huqqisa.

 Garaa qullaa walqunnamtii saalaa godhuun nama huqqisa...


************
Namni tokko baayyee yoo huqqatu ykn qal'atu dhukkuboota adda addaatiif salphatti saaxilamuu danda'u. Sababoota Huqqachuu:
1. Beela.
2. Dhiphina ykn yaaddoo baayyisuu.
3. Hirriiba dhabuu.
4. Ashaboo fi nyaata dhangaggaayaa baayyisuu.
5. Qunnamtii saalaa baayyisuu.
6. Sochii qaamaa humnaa ol gochuu.
7. Lafa gammoojjii goggogaa qilleensa gogaa fi dhukkee qabu keessa jiraachuu.
8. Qaamni namaa qorra cimaa yoo qabaate.
9. Garaa beelaatiin hujii humnaa hojjachuu, spoortii hojjachuu, fi qunnamtii saalaa raawwachuu.

Konkolaatan boba'aa malee deemu hin danda'u, namnis akkasuma. Kanaaf yeroo walqunnamtii saalaa kajeeltan waanuma bichuu ishee illee nyaachuu qabdu.💧
Ulfaadhaa! Fayyaa dayaa!

Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇

Comments

Popular posts from this blog

FAYYAA SAMMUU FI BUNA DHUGUU.

Yeroo_Walqunnamtii_Saalaa (Dubartiidhaf):

Dhiira moo dhalaatu irra caalatti nama biraa irratti laallata?"