Gaaffii Walqunnamtii Saalaa booda dubartoonni dafanii fincaanuun ulfa ni ittisaa?

 Gaafii (inbox)

Walqunnamtii saalaa booda dubartoonni dafanii fincaa'uun ulfa ni ittisaa?

Deebiin isaa walqunnamtii saalaa booda dafanii fincaa'uun carraa dhukkuba infeekshinii ujummoo fincaaniifi kaleetiin qabamuu hanga tokko hir'isuu danda'a malee, ulfaa'uu hin ittisu.

Galatoomaa!!!


Comments

Post a Comment

Popular posts from this blog

FAYYAA SAMMUU FI BUNA DHUGUU.

Yeroo_Walqunnamtii_Saalaa (Dubartiidhaf):

Dhiira moo dhalaatu irra caalatti nama biraa irratti laallata?"