Walqunnamtii saalaa mi'awaa raawwachuuf
Walqunnamtii saalaa mi'awaa raawwachuuf
;
*********
1. Jalqaba irratti wal qunnamtii saalaa ga'aa raawwachuuf ilma namaatif ispoortii bashannanuufi kkf murteessa dha.
2. Ija keessaa wal ilaaluun fedhii walii beekuu.
3. Uffata halkanii uffachuu dhiisuu fi ibsaa dhaamsu dhiisuun wal qunnamtii saalaa mi'eessa.
4. Ija keessa wal ilaalaa harkaan rifeensa walii qaqqabuu fi wal dhungachuu.
5. Qulqulleessituu ykn gogsituu of bira kaa'un gogsuu fi naannoo qaama saalaa dhiqachuu.
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇

Comments
Post a Comment