๐Ÿ‹ MAANGOO FI ๐Ÿง  FAYYUMMAA ISAA.

 ๐Ÿ‹ MAANGOO FI ๐Ÿง  FAYYUMMAA ISAA


Maangoon #gooftaa_kuduraa jedhamuun waamama warreen adiin biratti.

✅ Faayidaalee maangoo fayyaa keenyaaf kennu keessaa muraasni:

1️⃣ ๐Ÿฉบ Kolestiroolii qaama keessaa ni xiqqeessa.
2️⃣ ๐Ÿงด Gogaa qaama keenyaa cufame banuun fayyaa fi miidhaginaaf tola.
๐Ÿ”ธ Haala itti fayyadamaa:
๐Ÿ“Œ Gogaa maangoo quncifnee gogaa qaama keenyaa irra dibuu.
๐Ÿ“Œ Daqiiqaa 10 booda dhiqachuu.

3️⃣ ๐Ÿ‘ Maangoon vitamin E’n badhaadhe waan ta’eef, namoota fedhii saalaa gadi bu’an ni gargaara.
4️⃣ ๐Ÿฉธ Hir’ina dhiigaa nurraa qolata – dubartoota ulfaafis ni fayyada.
5️⃣ ⚖️ Ulfaatina qaamaa ol-kaasuuf ni gargaara – maangoo bilchaataa tokko 75 kcal qaba.
6️⃣ ๐Ÿ‘️ Maangoon ciccitaan tokko Vitamin A 25% nuuf guuta – ijaaf gaarii dha.
7️⃣ ๐Ÿง  Hamma waa yaadachuu keenya ni dabala.
8️⃣ ๐Ÿ”ฅ Gubiinsa qaamaa nurraa ittisa.
9️⃣ ๐Ÿฅฑ Daakamuu dhabuu nurraa ittisa.
๐Ÿ”Ÿ ๐Ÿ’‰ Dhibee sukkaaraa irratti: insulin hir’isuu irratti ni gargaara.
๐Ÿ”ธ Haala itti fayyadamaa:
๐ŸŒฟ Baala maangoo xiqqoo danfisuu
๐ŸŒ™ Halkan guutuu dhiibee bulchuu
๐Ÿ’ง Ergasii bishaan isaa calaluun dhuguu.

1️⃣1️⃣ ๐ŸŽ—️ Dhibee kaanserii nurraa qolata.

๐Ÿ™ Galatooma
๐Ÿ‘จ‍⚕️ Dr. Mohammed Kedir
๐Ÿ“š Madda: WHO healthiest food guidelines fi qorannoowwan gabaaboo.

Abdiidhaan Jiraadhu!!๐Ÿฅ‡

Comments

Popular posts from this blog

FAYYAA SAMMUU FI BUNA DHUGUU.

Yeroo_Walqunnamtii_Saalaa (Dubartiidhaf):

Dhiira moo dhalaatu irra caalatti nama biraa irratti laallata?"