Faayidaalee Jinjibilaa:

 Faayidaalee Jinjibilaa:


****

Jinjibilli keemikaala “Gingerol” kan faayidaalee armaan gadii kennu of keessaa qaba.

– Fedhii (appetite) nyaataa nuuf dabala.

– Balaqqama (balaqqama konkolaataa keessaa dabalatee) nurraa ittisa.

– Dhukkuubbii marsaa laguu ni hir’isa.

– Nyaanni garaa keessaa daakamuu dhabuu (indigestion) nurraa ittisa.

– Vaayiresii qufaa dadhabsiisuun diifafa nurraa balleessa.

– Dhukkubbii maashaa erga ispoortii ykn hojii hojjannee booda nutti dhufu hir’isa.

– Dhukkuba kulkulfannaa buusaa, dhukkubbii mudaanmuddii fi lafee/qiiqwee (Ostheoarthritis) jedhamu dhukkubbii isaa xiqqeessa.

– Sukkaara qaama keenya keessaa gadi buusuun dhukkuboota karaa saniin dhufan nurraa dhorka.

Comments

Popular posts from this blog

FAYYAA SAMMUU FI BUNA DHUGUU.

Yeroo_Walqunnamtii_Saalaa (Dubartiidhaf):

Dhiira moo dhalaatu irra caalatti nama biraa irratti laallata?"