Dhala dhabuuf furmaata isaa.
Dhala dhabuuf furmaata isaa
Dhala dhabuu ykn “infertility” kan jedhamu rakkoo nama tokko akka dhuunfaatti mudatu osoo hintaane rakkoo nama lamaa “haadha manaafi abbaa manaa” mudatudha. Maatiin (haati manaaf abbaan manaa) tokko dhala dhaban kan jedhamu: yoo haati maanaaf abbaan manaa wagga tokkoof (ji’oota kudha lamaaf) walqunnaamtii saalaa haalaan (torbanitti al sadiifi isaa ol) osoo mala ittisa da’umsaa kamiyyuu hinfayyadamin taasisanii dhala argachuu dhabanidha.
👇
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
GARGAARSA YOO BARBAADDAN OGEESSA FAYYAA NAANNOO KEESSAN JIRU BIRA DEEMUU QAAMAAN DUBBISAA!!!
Email:mahammeegubbaaqorichaa@gmail.com

Comments
Post a Comment