Dhiirotaaf Wantoota Hubachuu Qabdan.

 Dhiirotaaf


Fayyaa qaama saalaa keessaniif jabina isaaf
🌱Bishaan sirriitti dhugaa
🌱nyaata madaalamaa nyaadhaa
🌱sochii qaamaa godhaa
🌱ulfaatina qaamaa garmalee hir'isaa
🌱hirriba gahaa rafaa
🌱tamboo aarsuu dhiisaa
🌱dhiphina ykn stress hir'isaa
🌱alkoolii hir'isuu
Hub: qaamni saalaa dhiiraa guyyaa guyyaan ka'uun jabeenya isaaf akkasumas guddina isaa bakkatti eeguuf gaariidha! 
Fayyaa hin dhabinaa!!💚❤

Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️

Comments

Popular posts from this blog

FAYYAA SAMMUU FI BUNA DHUGUU.

Yeroo_Walqunnamtii_Saalaa (Dubartiidhaf):

Dhiira moo dhalaatu irra caalatti nama biraa irratti laallata?"