Faayidaa fi Miidhaa #duubaan walqunnamtii saalaa raawwachuu(Pros and cons of doggy style
Faayidaa fi Miidhaa #duubaan walqunnamtii saalaa raawwachuu(Pros and cons of doggy style
✏°°°°°°°°°°°
Inni kuni kan raawwatamu yeroo baayyee dubartiin jilbeeffattee, harkaan ammoo lafa qabattee ykn dhaabbattees gadi jechuudhaan walqunnamtii saalaa raawwatamuudha. 69 jechuudhaan warri waamanis jiru😀. Akkaatuma lakkoofsota kanneenitti, dhiirri dhaabbatee, rifeensa, ykn mudhii ishee qabachuudhaan, dubartiin ammoo hudduu ishee banaa gootee(qoobsitee) bifa walqunnamtii saalatiif mijatuun lafa qabachuun ykn waan fuuldura ishee jiru qabattee kan rawwatamuudha.
Yeroo kaan ammoo erga jilbeeffattee booda harmaan ykn lapheedhaan lafa geessee dugda ishee gadi cabsachuudhaan raawwachuu dandeessi. Poosishiniin kuni baayyee hunda caala baramaa ta'uu baatus, dhiirri baayyee jaalata jedhama. Dhiiraf wanti mijataa ta'eef, akkuma beekkamu, dubartiin akkasitti yoo kennite dhiirri akka fedhe gochuu danda'a(active partner ta'a). Dubartiin ammoo sochii gochuu fi dhiira akkaataa gochaa isaa to'achuun itti ulfaata(passive partner taati jechuudha).
Dubartii akkasitti qophoofte salphumatti durbummaan ishee baduu ni danda'a. Sababni isaa, dhiirri humna guddaadhaan fi haala mijeeffatee itti dhiibuf waan itti toluuf. Kana waan beekaniif dubartoonni durbummaa qaban duuban tole hin jedhani.
Akkasumas, gosti walqunnamtii saalaa kuni namoota rakkoo dugdaa qabaniif hedduu tajaajila. Ulfaatinni walirratti dalageeffamu hin jiru. Dubartii ulfaatifillee hedduu filatamaadha. Dhiibbaa garaa ulfaa irratti uumuun rakkoo waan fiduuf, keessattuu sochii isheen akka taasistu gochuun, ofeeggannoodhaan walqunnamtii saalaa raawwatamuudha!
Akka hanqina isaatti ammoo wanti kaasuu dandeenyu, yeroo tokko tokko dubartiin fedhii bahuu dadhabuu, ijaan wal ilaaluu dhabuu fi osoo raawwatanuu kissingii gochuun ulfaachuu fa'a. Akkasumas namoonni tokko tokko walqunnamtii saalaa gosa kana namoota jaalala waliif hin qabnetu raawwata jechuudhaan jibbu(non romantic). Kuni garuu yaada dhuunfaa isaaniti malee warri haalaan waljaalatanis ni fayyadamu.
Fedhi bahuu dadhabuu ishee jenneef ammoo akka furmaatatti wanti gochuu qabnu, qubaan qinxirii sukkuumuu fi yeroo kaan ammoo cidhaanin mataa buqushaa kab kab gochuun walfixachiisuun hinuma danda'ama😀
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
Gargaarsa Yoo Barbaaddan Dooktora Naannoo Keessan Jiru Bira Deemaa!!
Email:mahammeegubbaaqorichaa@gmail.com
Nu Qunnamuu Dandeessu!

Comments
Post a Comment