Faayidaa habasuudaa‼️

 Faayidaa habasuudaa‼️



Habasuudni biqiltuu fayyaa keenyaaf baayyee barbaachistuudha. Fayidaa isii keessaa muraasni akka armaan gadiiti.


●Dhukkuba asmii fi rakkoo sirna hargansuu yaaluu danda'a.


●Wal'aansa qufaa goggogaati.


●Caccabsa buusaa fi humnaa fayyisuuf gargaara


●Wal'aansa dhukkuba ruumataayid arthritis.


●Gogaa keessaa kormammuu  balleessuu


●Wal'aansa rifeensa mataa namarraa ciccituu.


●Ho'a qaamaa uumamaa eeguuf gargaara.


●Wal'aansa mataa dhukkubbii


●madaa yaaluurratti humna cimaa qaba.


●Wal'aansa hirriba dhabuu


●Wal'aansa dhukkuba dhangala'aa (dropsy).


●Wal'aansa dhiibbaa dhiigaa


●Wal'aansa dhukkuba kaleeti 

Dhagaa caccabsee kaleekeessaa baasa.


●Fedhii malee fincaan namarraa bahu ittisuu.


●Dhukkubbii dugdaa fi dhukkuba ruumatiizimii ni yaala.

●Qaama miira dadhabbii  irraa kan boqochiisu yoo ta’u, sochii fi humna isaaf kenna.


●Mimoorii ni sochoosa akka namni waa yaadatu taasisa.


●Dhimma inflammation qoma gidduu jiru ni yaala


●Asiidii garaacha keessa jiru ni yaala.

●Sukkaara dhiigaa olka’aa ta’e to’achuu danda'a.


●Bullaa'insa nyaataa ni fooyyessa.


●Dhukkuboota sirna bullaa'insa nyaataa fi jeequmsa akka gaazii fi bullaa'insa nyaataa ni yaala.


●Raammoo teeppii ofirraa baasuuf baayyee faariidha.


●Rifeensa ni jabeessa.


●Gogaadhaaf bareedinaa fi haaromsa kenna.


●Rakkoo sirna walhormaataafi kan akka fincaan nama gubuu ni yaala.


●Rakkoo laguu dubartootaa yaala.


Dhukkuboota onnee fi ujummoolee dhiigaa yaaluuf gargaara.


●Rakkoo ijaa yaaluuf ni fayyada.


●Mallattoolee dhukkuba garaachaa yaaluu fi salphisuuf gargaara.


●Ilbiisota gogaa fi mataa ni dhabamsiisa.


●Dhukkuba garaachaa daa'immanii fi rakkoo dhukkubbii garaachaa yaaluu danda'a.


●Kaansarii gosa hunda irraa kan qaama eegu yoo ta’u, isaan keessaa inni guddaan kaansarii gadameessaa yoo ta’u, seeliin kaansarii maddisiisu akka hin baay’anne kan ittisudha.


●Hamma gilukoosii, tiraayigiliisaayidii fi kolestroolii dhiiga keessaa hir’isuu danda'a.


●Ulfaatina qaamaa hir'isuuf gargaara.


●Vaayirasii Koroonaan akka hin qabamne ni gargaara.


●Lakkoofsa isparmii fi hojii isaa guddisuuf gargaara.


●Wal'aansa infuleenzaaf baayyee filatamaadha.


●Wal'aansa dhukkuba garaachaa.


●Aannan oomishuuf gargaara.


●Wal'aansa garaa kaasaa.


●Dhukkubbii gurraa yaaluu.


●Dhibee rifeensa mataa  kan akka arraabduu yaaluuf gargaara.


●Wal'aansa dhukkuba nadaayii.


●Wal’aansa dhukkuba lafee dugdaatti (spinal nevus).


●Wal’aansa  dhukkuba nama gurri isaa hin dhageenyeeti.


●Wal'aansa dhukkuba piroostaatii

●Fedhii nyaataa ni kakaasa.

️Itti fayyadama isaa kutaa itti anuun wolitti deebina.

FAYYAAN FAAYA❗️


Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇

💧💧💧💧

Comments

Popular posts from this blog

FAYYAA SAMMUU FI BUNA DHUGUU.

Yeroo_Walqunnamtii_Saalaa (Dubartiidhaf):

Dhiira moo dhalaatu irra caalatti nama biraa irratti laallata?"