FAAYIDAALEE QULLUBBII /Shunkurtii adii 20:
FAAYIDAALEE QULLUBBII /Shunkurtii adii 20:
1. Feedhiin nyaata keenyaa (appetite) akka dabaluu ni gargaraa.
2. Qaama keenya alarjii irraa dhorka
3. Qaamni keenya dhibee akka dandamatuuf(immune system) ni dabala.
4. koolestirooliin kufamuu ni hir'isa.
5. Dhiphina ujumoo dhiigaa(atherosclerosis) umurii wajjiin walqabatee ni ittisa
6. Dhiibbaa dhiigaa(hypertension) ni hir'isa
7. Dhukkuba gogaa sababaa fangasiitiin dhufuuf dawwa dha
8. Adeemsa sirna narvii (nervous system) ni sirreessa.
9. Madaa ni qoorsa
10. Dhibbee asmiif ni gargara.
11. Dhabiinsa hirribaa (insomnia) ni hir'isa.
12. Kaansaroota adda addaa ni dhorka
13. Itituu dhiigaa ni hambisa.
14. Dhibee sukkaaraa ni salphisa (lowers blood sugar)
15.Finniisa qaama namaa irratti ba'u ittisa
16. Nyaatni akka daaakamu taasisa.
17. Baakteeriyoota adda addaa garaa keessa jiran ni ajjeesa.
18. Uttaalloo (common cold) ittisuuf gargara.
19. Miira dhukkuba ilkaanii ni hir'isa.
20. Dhibee dhiitoo fi dhullaaf ni gargara.
Yaada Yoo Qabaattan Gara Oogeessa fayyaa naannoo keessan jiru bira deemuun dubbisaa
Galatoomaa
#Share godhu hin dagatinaa...

Comments
Post a Comment