MATA-DUREE: DHUKKUBA CIIRRACHA KALEE (RENAL STONE)

 MATA-DUREE: DHUKKUBA CIIRRACHA KALEE (RENAL STONE)


​Biyya keenyatti dhukkuboonni kalee hojii ala ta'uu sadarkaa yaaddessaa irra ga'anii jiru. Kanaaf sababa guddaa kan ta'e dhukkuba ciirracha kalee hammam hubattu? Ciirrachi kalee rakkoowwan kalee miidhan keessaa isa ijoo ta'ee, ittisuu fi yaaluun salphaatti danda'amuudha.

​Sababoota Fidan:

​Bishaan gahaa dhuguu dhiisuu.

​Ulfaatina qaamaa humnaa ol ta'e (Obesity).

​Rakkoowwan hormoonii qaama keessaa.

​Hanqina Vaayitamin C fi Pootaasiyeemii.

​Soogidda baay'isanii fayyadamuu.

​Nyaata sukkaara baay'isuu.

​Dhukkuboota kalee biroo.

​Dhukkuba sukkaaraa (Diabetes).

​Mallattoolee Isaa:

​Ciirrachi kalee osoo mallattoo tokkollee hin agarsiisin kalee miidhuu danda'a.

​Namoota tokko tokko irratti cinaachaan dhukkubuu fi fincaan keessa dhiiga (diimachuu) mul'achuu danda'a.

​Furmaata:

​Sababoota armaan olii irraa of eeggachuu.

​Yeroo yeroon qorannoo fayyaa gochuu.

​Dhukkubbiin kun yoo sitti dhaga'ame battala mana yaalaa dhaquu.

​Hubachiisa: Page kana 'Like' fi 'Share' godhaa! Gaaffii qabdan yoo jiraate 'Comment' jalatti nu gaafadhaa.

​2. English (Ingiliffaa)

​TITLE: RENAL STONE (KIDNEY STONE)

​Kidney failure is becoming a significant health concern in our country, with kidney stones being a leading cause. Do you know how common this is? Kidney stones are one of the primary causes of renal dysfunction, yet they are easily preventable and treatable.

​Causes:

​Insufficient water intake.

​Obesity.

​Hormonal imbalances.

​Deficiency in Vitamin C and Potassium.

​Excessive salt consumption.

​High intake of sugary foods.

​Pre-existing kidney conditions.

​Diabetes.

​Symptoms:

​Kidney stones can damage the kidneys without showing any symptoms.

​Some individuals may experience flank pain and blood in the urine.

​Prevention/Solution:

​Avoid the aforementioned causes.

​Undergo regular medical check-ups.

​Visit a hospital if you experience any of the mentioned symptoms.

​Note: Please like and share this page! Feel free to ask any questions in the comment section.

​3. Amharic (Amaariffaa)

​ርዕስ፡ የኩላሊት ጠጠር (RENAL STONE)

​በአገራችን የኩላሊት ሥራ መቋረጥ ችግር እየጨመረ ሲሆን፣ ለዚህ ዋነኛው ምክንያት የኩላሊት ጠጠር መሆኑን ምን ያህል ያውቃሉ? የኩላሊት ጠጠር የኩላሊትን ሥራ ከሚያስተጓጉሉ ዋና ዋና ችግሮች አንዱ ሲሆን፣ ለመከላከልና ለማከም ቀላል የሆነ በሽታ ነው።

​የመከሰቻ ምክንያቶች:

​በቂ ውኃ አለመጠጣት።

​ከመጠን ያለፈ የሰውነት ክብደት (ውፍረት)።

​የሆርሞን መዛባት።

​የቫይታሚን ሲ እና የፖታሲየም እጥረት።

​ከፍተኛ የጨው ፍጆታ።

​ከመጠን ያለፈ የስኳር ምግቦች አጠቃቀም።

​ሌሎች የኩላሊት በሽታዎች።

​የስኳር በሽታ።

​ምልክቶች:

​የኩላሊት ጠጠር ምንም አይነት ምልክት ሳያሳይ ኩላሊትን ሊጎዳ ይችላል።

​አንዳንድ ሰዎች ላይ የጎን ህመም እና የሽንት መቅላት (ደም መቀላቀል) ሊከሰት ይችላል።

​መፍትሔ:

​ከላይ ከተጠቀሱት ምክንያቶች መራቅ።

​በየጊዜው የሕክምና ምርመራ ማድረግ።

​የህመም ምልክቶች ካሉ በፍጥነት ወደ ህክምና ተቋም መሄድ።

​ማሳሰቢያ፡ ይህንን ገጽ 'Like' እና 'Share' ያድርጉ! ያልገባችሁ ነገር ካለ 'Comment' ላይ መጠየቅ ትችላላችሁ።

Comments

Popular posts from this blog

FAYYAA SAMMUU FI BUNA DHUGUU.

Yeroo_Walqunnamtii_Saalaa (Dubartiidhaf):

Dhiira moo dhalaatu irra caalatti nama biraa irratti laallata?"