Wal-qunnamtii Saalaa Baay'iseen Garaacha Na Luqqifte...

 Wal-qunnamtii Saalaa Baay'iseen Garaacha Na Luqqifte...

********************************************

Gaafii kanaaf deebin; walqunnamtiin saalaa kallattiin dhibee garaachaf nama saaxiluu baattus al kallattiin saba dhibee garaachaa ta'ee dandeessi. Kunis yoo abbaan manaa ykn haati manaa dhukkuba garaachaa qabaate ykn qabaaatte yeroo wal dhungatan baakteriyaan dhibee gaarachaa namatti fidu karaa afaanitiin hancufaa waliin qaama keessa seenee dhibee garaachatiif nama saaxiluu danda’a. Dhibeewwan yeroo dhungoo ykn kissing hancufaan daddabran hedduudha. Keessattuu hancufa 1L ol hoo walittii daddabarsan ykn wal obaasan HIV/AIDS dabalatee dhibeewwan baay'een namaa namatti daddabra waan ta'eef of eeggannoo godhuun gaaridha.

Gaaffii Yoo Qabaattan Ogeessa Naannoo Keessan Jiru Bira Deemaa Qaamaan Dubbisaa

Email: mahammeegubbaaqorichaa@gmail.com


https://www.youtube.com/@Mahammeeoline

Comments

Popular posts from this blog

FAYYAA SAMMUU FI BUNA DHUGUU.

Yeroo_Walqunnamtii_Saalaa (Dubartiidhaf):

Dhiira moo dhalaatu irra caalatti nama biraa irratti laallata?"